Lij gamme walda gorgis

Call Directions Contact the practice

Lij gamme walda gorgis Q/W/L/Qile. orto warra Adare Haro.🙏🙏♥️♥️⛪🙏
(1)

Mee faaruu Haadha keenya dubro mariyaami .comment godha.💕💒🥰
06/28/2026

Mee faaruu Haadha keenya dubro mariyaami .comment godha.💕💒🥰

KOTTA EEBBIFAMA .          Amantoota kiristiyaana kan taatan hundi .bakki ARAGAMA .G/Q/W/A/LAALOO.QILE../G/MADAALE KALLI...
05/27/2026

KOTTA EEBBIFAMA .
Amantoota kiristiyaana kan taatan hundi .bakki ARAGAMA .
G/Q/W/A/LAALOO.QILE../G/MADAALE KALLISAA.
(GADAAMA QULQULLU GABREL JATE)
Guyyaa,20/9/2018.
Jalqabe .hanga.23/9/2018tt
Eebba .mana Amanta.
Qulqullu Gabriel ./Gadaami .Jaate .). Ijaarsa.xumure eebbaf qophahe jira.maarre kotta nu waliin Eebba hirmaadha.
#

05/26/2026
SANBATA QULQULLEETTI QABAADHA 🥰💒💒🥰💒🥰🥰
05/24/2026

SANBATA QULQULLEETTI QABAADHA 🥰💒💒🥰💒🥰🥰

DHAGEESSANI🤷Waan Goofta Gammachiisu qoradha bira ga'aa.Efeson.5÷10.✍️
05/23/2026

DHAGEESSANI🤷
Waan Goofta Gammachiisu qoradha bira ga'aa.
Efeson.5÷10.✍️

Jaalalli Haadha .     Keessuma kan                 MARIYAAMI🥰       Hundarra caala🥰🙏        Ortodosiin Deebii Qaabdii   ...
05/22/2026

Jaalalli Haadha .
Keessuma kan
MARIYAAMI🥰
Hundarra caala🥰🙏

Ortodosiin Deebii Qaabdii farfanna Ortodoksi Tawaahidoo Amatako

Happy follow-versary to my awesome followers. Thanks for all your support! Tigst Basa
05/07/2026

Happy follow-versary to my awesome followers. Thanks for all your support! Tigst Basa

Homa .Sodannu .yero hunduma Harka Ergamoota waqayyo irra .waan jiraannuf .   Waqayyo waan nu jallatuuf Yeroo hunduma Erg...
05/04/2026

Homa .Sodannu .yero hunduma Harka Ergamoota waqayyo irra .waan jiraannuf .
Waqayyo waan nu jallatuuf
Yeroo hunduma Ergamoota isaa nuuf kennera .
Kanaaf .irra caalmatti .keessuma .
.yeroo hunduma
Gammachuun jiraanna .
Galanni guddinni .ulfinni .
Abbaf ilmaaf Hafuura
Qulqulluuf baraa baraan haa tahuf .
Ameen.
Ameen.
Ameen.

Mee mana bultoo kakuu waqayyo.⛪👀Mana keessanimoo mana waqayyo caalmatti jallattu?    Wani yaaddan nuuf Heera👈           ...
05/02/2026

Mee mana bultoo kakuu waqayyo.⛪👀Mana keessanimoo mana waqayyo caalmatti jallattu? Wani yaaddan nuuf Heera👈



Gammadeen Gammachuun jiraadha .manake..    💒🥰💒🥰👏
04/16/2026

Gammadeen Gammachuun jiraadha .manake..
💒🥰💒🥰👏

Address

WALLAGGA
Wallagrass, ME

Telephone

+251906202536

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lij gamme walda gorgis posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Lij gamme walda gorgis:

Shortcuts

Share

Category