Kilinika Yaala Ilkaanii Dr. Abdii

Kilinika Yaala Ilkaanii Dr. Abdii Dr. Abdi 🦷 | Dentist
Healthy smiles, expert care! 😁✨
πŸ“ Dr. Abdi Dental Clinic | Harar, Ethiopia
Follow for oral health tips! 🌟 Free oral health education

25/02/2026
25/02/2026

National Children’s Dental Health Month is almost over but children’s dental health is important year round! Posters, coloring sheets and more free resources are available all the time at https://social.ada.org/4pxjn23

24/02/2026

23/02/2026

23/02/2026

Kilinika Yaala Ilkaanii Dr. Abdii

23/02/2026

Kilinika Yaala Ilkaanii Dr. Abdii

22/02/2026

πŸ˜„πŸ€£

21/02/2026

β€ŽMallattoolee Cirracha Hadhooftuu
β€Žβœ“ Dhukkubbii garaa olii gara harka mirgaa
β€Žβœ“ Nyaata coomafi zayita qaban erga nyaannee booda dhukkubbiin jiraachuu
β€Žβœ“ Olguuraa/Lolloojjessuu
β€Žβœ“ Garaa afuufuufi fedhiin nyaataa xiqqaachuu
β€Žβœ“ Dhukkubbii qoma gara mirgaa
β€Žβœ“ Ho'i qaamaa dabaluu
β€Ž
β€ŽMaloota Ittisaa dhukkubichaa

β€Žβœ“ Nyaata madaalamaa soorachuu
β€Žβœ“ Nyaata coomafi zayita hedduu qaban soorachuu dhiisuu
β€Žβœ“ Sochii qaamaa taasisuu
β€Žβœ“ Bishaan gahaa dhuguu
β€Žβœ“ Nyaatota faayibarii gahaa qaban (kuduraaf muduraa) fa'a soorachuu

Fayyaan Faaya
Biiroo Fayyaa Oromiyaa
β€Ž

21/02/2026

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kilinika Yaala Ilkaanii Dr. Abdii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Kilinika Yaala Ilkaanii Dr. Abdii:

Share