13/03/2026
Tajaajiloota Kilinika Ilkee Dr. Abdurazek Dental Clinic Ayyaana Eid-Alfixriitif Hirifama Gatii Wajjin
1. Ilkee (Dental Check-up)
Kilinika keenya keessatti qorannoon ilkee sirrii ni gaggeeffama. Doktoorri ilkee rakkoo fi irgoo adda baasee ilaalee yaalii barbaachisu siif kenna. Kun ammoo ilkeen kee akka fayyaa taee turuuf si gargaara.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeeffachuun tajaajila qorannoo ilkee irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera. Kanaaf yeroo kana dhuftee ilkee kee qorachiisuun fayyadami.
2. Ilkee (Scaling)
Ilkeen yeroo dheeraaf yoo hin qulqullaain xurii, fi dhangalaaan irratti kuufama. Tajaajilli kun xurii sana qulqulleessuun ilkeen akka bareedu fi fayyaa tau godha.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila qulqulleessuu ilkee irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera. Kanaaf yeroo kana dhuftee ilkee kee qulqulleessun fayyadami.
3. Guutuu (Tooth Filling)
Yeroo ilkeen sababa garagaraatin urattee miidhamte, guutuun ilkee rakkoo san ni sirreessa. tajaajilli kun ilkeen akka deebiee hojii isaa sirnaan hojjetu taasisa.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila guutuu ilkee irratti hirifamni gatii addaa qopheessineerra. Kanaaf yoo ilkee uratte qabaatte yeroo kanatti fayyadami.
4. Ilkee (Tooth Extraction)
Ilkeen tokko yeroo baayee yoo miidhame yookaan dhukkuba cimaa qabaate buqqifamuu dandaa. Doktoorri keenya of eeggannoo guddaan ilkee sana buqqisa.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila ilkee buqqisuu irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera.
5. Haaromsuu (Denture)
Namni ilkee isaa yoo dhabee nyaachuu fi dubbachuun rakkisa taa. Tajaajilli denture bakka ilkeen bade sana ilkee nam-toolchee buusuun kan hojjatamuudha.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila kana irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera.
6. Ilkee (Braces)
Ilkeen tokko tokko sirnaan hin dhaabbatu. Tajaajilli sirreessuu ilkee (braces) ilkee sirnaan diriirsuun miidhaginaa fi fayyaa dabala.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila (brace) kana irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera.
7. Addeessuu (Teeth Whitening)
Ilkeen yeroo tokko tokko bunaa, shaayii fi wantoota biroo irraa halluu jijjiirachuu danddeessi. Tajaajilli (whitening) ilkee akka addaatu, fi bareedu taasisa.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila kana irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera.
8. Hidda Ilkee (Root Canal Treatment)
Yeroo dhukkubni ilkee gara hidda isaa gau yaaliin root canal barbaachisaadha. Yaaliin kun ilkee kee buqqisuu irraa baraara.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila kana irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera.
9. Uwwisuu (Dental Crown)
Ilkeen yoo cabee yookaan baayee yoo miidhame crown itti godhamu dandaa. Kun ilkee eega akkasumas akka bareedu taasisa.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila kana irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera.
10. Ilkee Caccabaa (Dental Repair)
Ilkeen yoo caccabe yookaan miidhame sirreessuun ni dandaama. Tajaajilli kun ilkee akka duraanii deebisa.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila kana irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera.
11. Ilkee Daaimmanii (Children Dental Care)
Maatin daaimmaniif ilkee isaanii sirnaan eeguu qabu. Kilinika keenya keessatti daaimmaniif tajaajila addaa kennina.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila kana irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera.
12. Dhukkuba Irgoo (Gum Treatment)
Dhukkubni irgoo yeroo tokko tokko dhiigu, fi dhukkuba fiduu dandaa. Yaaliin kun irgoon akka fayyaa tau gargaara.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila kana irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera.
13. Fayyaa Ilkee (Dental Consultation)
Namoonni baayeen akkaataa ilkee isaanii itti eegan beekuu dhaburraa kan kae ilkeen isaan dhukkuboota garaatin qabaman. Kilinika keenya keessatti gorsi fayyaa ilkee ni kennama.
Ayyaana Eid-Alfixri kana sababeefachuun tajaajila kana irratti hirifamni gatii addaa qophaaeera.
📍 Teesson magaalaa ciroo buufata konkolaataa fuuldura gamoo baankiii daashin darbii lammaffaa irratti argamna.
Lakkoofsa bilbilaa. 0913394112/ 0901666682